Category: Oromo
-

Ammas maddi rakkoo keenyaa numa keessa jira!
(Tolawaaq Waarii) Pireezidaantiin mootummaa Naannoo Oromiyaa kabajamaa Ob.Lammaa Magarsaa dhiyeenya kana waltajjii tokko irratti wayita dubbatan akkana jedhan”Dh.D.U.O’n miseensoota miliyoona 4 qaba,kutannoon jiraannaan miseensi 400 jijjiirama ol’aanaa argamsiisuu danda’a” Ob.Lammaan dhuguma jedhan,dhugaa qabatamaan jiru dubbatan. Kallachi qabsoo Ummata Oromoo Dh.D.U.O/ADWUI’n miseensi horate hundi qulqulluu ta’ee qajeelfamaafi hojmaata jiru hordofuudhaan haqaan utuu hojjetee yeroo adda addaatti…
-

Bu’aa xummuramuu Labsii Yeroo Ariifachiisaa
(Betru Dibaba) Heera Mootummaa Federaalaa keewwata 93 hordofuun, ‘Heera, nageenya fi tasgabbii uummataa eegsisuuf’ Manni Maree Ministeerotaa Fulbaana 28, 2009 Labsii Yeroo Ariifachiisaa kan tume ta’uun ni yaadatama. Yeroo Yeroo Ariifachiisaa kana keessatti, Dambii Onkololeessa 5, 2009 baheen, Komaandipostii fi Boordiin Qorannaa wal ta’uun dalagaa baayyee raawwachaa turaniiru. Dalagaawwan kanneen keessaa namoota kumaatamaan lakkaa’aman, Labsii…
-

Faayidaa Addaa Oromiyaan Finfinnee Irraa Argattu (Ibsa)
Wixineen labsii faayidaa addaa naannoon Oromiyaa Finfinneerraa argattu mana marii ministeerootaaf dhiyaate ragga’e fi mana marii bakka bu’ootaaf akka dhiyaatu murtaa’e. Faayidaa addaa naannoon Oromiyaa magaalaa Finfinneerraa argattu ilaalchisee wixineen labsii qophaa’e ifoome. Heera mootummaa biyyattii keeyyata 49 keeyyata xiqqaa 5 irratti naannoon Oromiyaa faayidaa addaa argachuu qabdu ilaalchisee bal’inni isaa heeran akka murtaa’u ni…
-

Sammuun Keenya Sammuu Maseenee Miti!
(Kiyya Hararghe) Haasawa Kabajamoo Obbo Lammaa Magarsaa Pir. MNO Istaadiyoomii Wallaggaatti guyyaa ceesiisuu IMX Oromiyaa irratti taasiisanii fi eergaa ciimaa qabu akka ittii aanuu kanatti isiniif dhiheessen jira. (Waxxabajjii 04, 2009 – Naqamtee) — Isin gootonni misoomaa, hojii tuffatamee osoo hin tuffatin, hojjattanii, xaartanii, hojiidhaan jijjiiramuun akka danda’amu warra nu agarsiiftan waan taataniif, ummata keenyaaf,…
-

Ibsa haala yeroo irratti Mootummaa Naannoo Oromiyaatiin kenname
Duudhaaleen waljaalalaa fi walkabajuun waliin jiraachuu ummataa cimee itti fufa!! Biyyaafi naannoo keenyatti sirnootni abbaa irree darban imaammataafi tarsiimoowwan isaanii ilaacha tarkaanfachisan irraa maddan hojiirra oolchaniin Ummanni keenya mirgi namoomaafi dimokiraasii isaa sarbamee hacuuccaa fi cunquursaa hammaataaf saaxilamee dararamaa tureera. Bu’uuruma kanaan biyyi keenya Itoophiyaan biyya saboota sablammootaa fi ummattootaa akkasumas ummata amantaa gara garaa…
-

Arsii Lixaa Shaallaatti Jeequmsi uumame lubbuu balleesse – Mootummaa
(Biraanuu Hurrisaa) Godina Arsii lixaa aanaa Shaallaatti gochi jeeqamsa uumuun lubbuu namaa balleesse fincila humna hidhateen raawwatame akka ta’e mootummaan Itiyoophiyaa beeksiseera. Godina Arsii Aanaa Shaallaatti humnoonni farra Nagaa dhimma Amantaa fi Saba irratti xiyyeeffateen jeeqamsa uumuuf akka yaalan maddawwan naannichaa himaniiru. Ministirri Itti Gaafatamaan Waajjira Dhimmoota Koomunikeeshinii Mootummaa Obbo Getaachaw Raddaa ibsa Faanaa Biroodkaastiing…
-
Adda Bilisummaa Oromoo (ABO), Afaan Oromoo, Articles, EPRDF, Ethiopia, featured, History, OPDO, Oromia, OromoBadii Adii
(Bakar Waaaree) Oromummaan sabboonummaa dhiphummaan yookiin sabboonummaa of-tuulummaan dhufurratti osoo hin ta’in sabboonummaa maalummaa Oromoorratti hundaa’uun tahuu qaba. Maalummaan Ummata Oromoo Aadaa Ummata Oromoo ti. Eenyummaa Ummata Oromoo ti. Haata’u malee, sabbboonummaan Oromummaa keenya maalummaa fi eenyummaa keenya qofarratti hundaa’uun akka hin ilaalle cunqursaan Gita Bittaa Nafxanyaa maalummaa fi eenyummaa keenyarratti waggaa dhibbaa ol geggeessite…
-

Faayidaa-Addaa Oromiyaan Magaalaa Finfinnee irraa argachuu qabdu
(Sultan Abdo) Finfinneen Magaalaa guddoo Oromiyaa akka taate heera Mootummaa Naannoo Oromiyaa fooyya’e labsii lakk.94/1997 kwt.2(3) irratti tumameera. Heerri mootummaa RDFI kwt. 49(5) jalatti Finfinneen gidduu Naannoo Oromiyaatti kan argamtu waan taateef Faayidaan-Addaa Oromiyaan Finfinnee irraa argachuu qabdu ni eeggama jedha. Faayidaan-Addaa kuniis tajaajila hawaasaa, qabeenya uumamaa, bulchiinsa waliinii fi dhimmota biroo kana fakkaatan akka…
-
Afaan Oromoo, EPRDF, Ethiopia, featured, interview, Multimedia, news, OPDO, Opposition politics, Oromia, Oromo[viidiyoo fi barruu] ‘Oromoo fi DhDUOn bu’ura Itiyoophiyaati’: Fiqaaduu Tasammaa
HornAffairs Afaan Oromoon siyaasaa ummata Oromoo ilaalchisee turtii Obbo Fiqaaduu Tasammaa, Hoogganaa Biiroo Dhimmoota Koomunikeeshinii Mootummaa Naannoo Oromiyaa fi Miseensa Koree Giddu-Galeessaa Dh.D.U.O wajji godhe Guutuu Viidiyoo isaa akkanatti Qindeessinee isiniif dhiheessinee jira. Warra viidiyoo ilaaluu hin dandeenyeef barruun isiniif qopheessinee jirra. [viidiyoo asii gaditti ilaaluu ni dandeessu] ——- HornAffairs Afaan Oromoo: Obbo Fiqaaduu…
You May Have Missed















