, , ,

Obbo Baqqalaa Garbaa dabalatee namoonni 7 hiikaman

Koreen hojii raawwachiistuu ADWUI murtee dabarseen, jeequmsa, shororkeessummaa fi mankaraarsummaa amantaatin namoota himannaan irratti banamee fi adabbiin kan itti murtaa’ef himannaa adda kutuu fi dhiifamaan gadhiisun duraa duuban itti deemamaa turuun ni yaadatama.   OBN odeeffannoo argateen, obbo Baqqalaa Garbaa, Gurmeessaa Ayyaanaa, Addisuu Bullaallaa, Dajanee Xaafaa, Geetuu Gaarumaa, Tasfaayee Liibanii fi Bayyanaa Rudaa hidhaadhaa hiikamaniiru.…

1 minute

Read Time

Photo - Bekele Gerba, Oromo Federalist Congress

Koreen hojii raawwachiistuu ADWUI murtee dabarseen, jeequmsa, shororkeessummaa fi mankaraarsummaa amantaatin namoota himannaan irratti banamee fi adabbiin kan itti murtaa’ef himannaa adda kutuu fi dhiifamaan gadhiisun duraa duuban itti deemamaa turuun ni yaadatama.

 

OBN odeeffannoo argateen, obbo Baqqalaa Garbaa, Gurmeessaa Ayyaanaa, Addisuu Bullaallaa, Dajanee Xaafaa, Geetuu Gaarumaa, Tasfaayee Liibanii fi Bayyanaa Rudaa hidhaadhaa hiikamaniiru. Himannaan isaanii kaleessa adda cituun isaa ni yaadatama.

Photo - Bekele Gerba, Oromo Federalist Congress

Murtiin adabbii “dhaddacha jeequun” kaanirratti waggaa tokkoof, kaanirratti ammoo baatii 6f murtaa’e, boordii dhiifamaatin ilaalamee preezdaantii biyyattiitin ragga’uun, har’a gadhiifamaniiru.

********

About the Author

Easy WordPress Websites Builder: Versatile Demos for Blogs, News, eCommerce and More – One-Click Import, No Coding! 1000+ Ready-made Templates for Stunning Newspaper, Magazine, Blog, and Publishing Websites.

BlockSpare — News, Magazine and Blog Addons for (Gutenberg) Block Editor