Mirriysaa: Sirna Harargeetti seenaafi aadaan ittiin ibsamu

(Saamraawiit Girmaa) Oromoon aadaa, seenaafi eenyummaasaatiif bakka guddaa qaba. Kabajaafi jaalala aadaa, seenaafi eenyummaasaatiif qabu.