Category: Articles
-

Ammas maddi rakkoo keenyaa numa keessa jira!
(Tolawaaq Waarii) Pireezidaantiin mootummaa Naannoo Oromiyaa kabajamaa Ob.Lammaa Magarsaa dhiyeenya kana waltajjii tokko irratti wayita dubbatan akkana jedhan”Dh.D.U.O’n miseensoota miliyoona 4 qaba,kutannoon jiraannaan miseensi 400 jijjiirama ol’aanaa argamsiisuu danda’a” Ob.Lammaan dhuguma jedhan,dhugaa qabatamaan jiru dubbatan. Kallachi qabsoo Ummata Oromoo Dh.D.U.O/ADWUI’n miseensi horate hundi qulqulluu ta’ee qajeelfamaafi hojmaata jiru hordofuudhaan haqaan utuu hojjetee yeroo adda addaatti…
-

Dhiimma Daangaa Oromiyaa Ilaalchiisee
Yaada kabajamoo Pir. BMNO Obbo Lammaa Magarsaa keennan Waan bu’uuraa hiiknee jirra, kan Somaalees haa tahu, kan Beenishangul gumuuz haa tahu kanneen kaaniis dabalatee. Maalii kan amma jiru? Oloola adda addaa lafa dabarsanii gurguranii… eebaluu fa’ii akkas godhanii, ammallee waraanatuu jira, jechuun kan hafarsuu baayyee dha, maaliif… Ajandaa argachuuti qaba waan taheef, Nagadachudhaaf, atteenshiinii argachudhaaf,…
-

Bu’aa xummuramuu Labsii Yeroo Ariifachiisaa
(Betru Dibaba) Heera Mootummaa Federaalaa keewwata 93 hordofuun, ‘Heera, nageenya fi tasgabbii uummataa eegsisuuf’ Manni Maree Ministeerotaa Fulbaana 28, 2009 Labsii Yeroo Ariifachiisaa kan tume ta’uun ni yaadatama. Yeroo Yeroo Ariifachiisaa kana keessatti, Dambii Onkololeessa 5, 2009 baheen, Komaandipostii fi Boordiin Qorannaa wal ta’uun dalagaa baayyee raawwachaa turaniiru. Dalagaawwan kanneen keessaa namoota kumaatamaan lakkaa’aman, Labsii…
-

Fedaraalawa Itoophiyaatti caaseffama gibiraa fi ashuuraa: Heeraa fi hojmaata
(Betru Dibaba) Rippabilikni Dimokiraatawa Fedaraalawa Itoophiyaa Mootummaa Federaalawaa fi Naannoleen kan caaseffame dha, Heera Federaalaa keewwata 50(1). Keewwanni kun karaa lamaan hiikamuu danda’a. Mootummaan Federaalaa fi Naannolee walitti ida’amanii (coming together) Rippabilika Dimokiraatawa Federaalawa Itoophiyaa uuman jechuu ta’uu danda’a. Yookin, Rippabilikni Dimokiraatawa Federaalawa Itoophiyaa Mootummaa Federaalaa fi Naannolee hammata (holding together) jechuu ta’a. Hundaafuu, Mootummaan…
-

Afaan Oromoo Afaan hojii mootummaa Federaalaa akka ta’uuf hojjechuu qabna!
(Tolawaaq Waariitiin) Afaan Oromoo afaan Amaaraatiin wal qixa afaan hojii mootummaa Federaalaa akka hin taaneef wanti dhorku tokkollee hin jiru.Nuti Oromonni garuu gamaa gamana dhaabbannee yaada gufuu ta’u kaasuu dhiifnee Afaan keenya Afaan Saba bal’aa Afaan hojii mootummaa Federaalaas akka ta’uuf kutannoodhaan haahojjennu! Barreeffama kana jalqaba irratti Afaan Amaaraatiin qopheesseen ture, takka taa’ee yoon yaadu…
-

Deebii Guutuu Obbo Lammaa Magarsaa Keennan
Yaa’ii Idilee 6ffaa Waggaa 2ffaa Bara Hojii 5ffaa irrattii gabaasa raawwii hojii mootummaa bara 2009 fi kallattii karoora hojii mootummaa naannoo Oromiyaa bara 2010 kabajamoo pirazidaantiin dhiyaate irrattii gaaffiiwwan Kabajamoo Miseensoota Caffeetiin ka’aaniif deebii Kab. Obbo Lammaa Magarsaa Pir. BMNO laatan akka armaan gadii kana tahu; “Raawwii hojii bara 2009 bara kanaa kana kan lakkaa’amuu…
-

Sammuun Keenya Sammuu Maseenee Miti!
(Kiyya Hararghe) Haasawa Kabajamoo Obbo Lammaa Magarsaa Pir. MNO Istaadiyoomii Wallaggaatti guyyaa ceesiisuu IMX Oromiyaa irratti taasiisanii fi eergaa ciimaa qabu akka ittii aanuu kanatti isiniif dhiheessen jira. (Waxxabajjii 04, 2009 – Naqamtee) — Isin gootonni misoomaa, hojii tuffatamee osoo hin tuffatin, hojjattanii, xaartanii, hojiidhaan jijjiiramuun akka danda’amu warra nu agarsiiftan waan taataniif, ummata keenyaaf,…
-
Adda Bilisummaa Oromoo (ABO), Afaan Oromoo, Articles, EPRDF, Ethiopia, featured, History, OPDO, Oromia, OromoBadii Adii
(Bakar Waaaree) Oromummaan sabboonummaa dhiphummaan yookiin sabboonummaa of-tuulummaan dhufurratti osoo hin ta’in sabboonummaa maalummaa Oromoorratti hundaa’uun tahuu qaba. Maalummaan Ummata Oromoo Aadaa Ummata Oromoo ti. Eenyummaa Ummata Oromoo ti. Haata’u malee, sabbboonummaan Oromummaa keenya maalummaa fi eenyummaa keenya qofarratti hundaa’uun akka hin ilaalle cunqursaan Gita Bittaa Nafxanyaa maalummaa fi eenyummaa keenyarratti waggaa dhibbaa ol geggeessite…
-

Faayidaa-Addaa Oromiyaan Magaalaa Finfinnee irraa argachuu qabdu
(Sultan Abdo) Finfinneen Magaalaa guddoo Oromiyaa akka taate heera Mootummaa Naannoo Oromiyaa fooyya’e labsii lakk.94/1997 kwt.2(3) irratti tumameera. Heerri mootummaa RDFI kwt. 49(5) jalatti Finfinneen gidduu Naannoo Oromiyaatti kan argamtu waan taateef Faayidaan-Addaa Oromiyaan Finfinnee irraa argachuu qabdu ni eeggama jedha. Faayidaan-Addaa kuniis tajaajila hawaasaa, qabeenya uumamaa, bulchiinsa waliinii fi dhimmota biroo kana fakkaatan akka…
You May Have Missed















