Category: Business
-

Fedaraalawa Itoophiyaatti caaseffama gibiraa fi ashuuraa: Heeraa fi hojmaata
(Betru Dibaba) Rippabilikni Dimokiraatawa Fedaraalawa Itoophiyaa Mootummaa Federaalawaa fi Naannoleen kan caaseffame dha, Heera Federaalaa keewwata 50(1). Keewwanni kun karaa lamaan hiikamuu danda’a. Mootummaan Federaalaa fi Naannolee walitti ida’amanii (coming together) Rippabilika Dimokiraatawa Federaalawa Itoophiyaa uuman jechuu ta’uu danda’a. Yookin, Rippabilikni Dimokiraatawa Federaalawa Itoophiyaa Mootummaa Federaalaa fi Naannolee hammata (holding together) jechuu ta’a. Hundaafuu, Mootummaan…
You May Have Missed














