Adeemsa kenniinsa haqaa Oromoo Gujii

Ogganaan Doorii Abbaa Doorii jedhama. Innis Raaba keessatti nama Abbaa Murtii ta’ee hojjetaa tureedha. Doorii.

Gumii Abbootii Gadaa: Utubaa tokkummaafi Oromummaa

Obbo Caalaa Soorii Abbootiin Gadaa Oromoo sirna Gadaa bara dheeraarraa kaasee dhalootarraa dhalootatti, jaarraarraa jaarraatti,.

Safuu, duudhaafi aadaa Oromoo leellifamuu qabu

(Charinnat Hundeessaa) Ayyaanii Irreechaa duudhaalee Oromoo keessaa tokko Oromoon ummata aadaa, duudhaa, seenaafi ooltee bultee.

Siinqee: Kabachiiftuu mirga dubartootaa

(Charinnat Hundeessaa) Seera sirna Gadaatiin tumameef kabachiisuu keessatti siinqeen baatee seeraan falmachuun mirga dubartoota hundaati..

Mirriysaa: Sirna Harargeetti seenaafi aadaan ittiin ibsamu

(Saamraawiit Girmaa) Oromoon aadaa, seenaafi eenyummaasaatiif bakka guddaa qaba. Kabajaafi jaalala aadaa, seenaafi eenyummaasaatiif qabu.

Photo - Abbootiin Gadaa, Gadaaf bakka guddaa qabu
“Ga” fi “daa”n maali?

Afaan Oromoo keessatti sagaloonni “Ga” fi “daa”n jecha Gadaa jedhu kennu. Sirni Gadaa Saba Oromoo.

Aadaa Geerarsa Wallaggaa

(Gammachuu Kadir) Aadaan mallattoo eenyummaa saba tokkoo yoo ta’u, meeshaa isa mul’isus ni qaba; innis,.