Author: Curated Content

  • Obbo Baqqalaa Garbaa dabalatee namoonni 7 hiikaman
    , , ,

    Obbo Baqqalaa Garbaa dabalatee namoonni 7 hiikaman

    Koreen hojii raawwachiistuu ADWUI murtee dabarseen, jeequmsa, shororkeessummaa fi mankaraarsummaa amantaatin namoota himannaan irratti banamee fi adabbiin kan itti murtaa’ef himannaa adda kutuu fi dhiifamaan gadhiisun duraa duuban itti deemamaa turuun ni yaadatama.   OBN odeeffannoo argateen, obbo Baqqalaa Garbaa, Gurmeessaa Ayyaanaa, Addisuu Bullaallaa, Dajanee Xaafaa, Geetuu Gaarumaa, Tasfaayee Liibanii fi Bayyanaa Rudaa hidhaadhaa hiikamaniiru.…

    Continue Reading

  • Ibsa Ijjannoo Koree Giddugaleessaa DHDUO
    , , ,

    Ibsa Ijjannoo Koree Giddugaleessaa DHDUO

    KGGDhDUO jalqabbii imala haaroomsa jijjiiramaa fi kallattii eegareerratti marii fi qorannoo baldhaa guyyoota kurnan darbaniif mari’ataa ture Ammajjii 29 Bara 2010 milkaawinaan xumuree jira. Imala jijjiiramaan haaroomsaa ADWUI gaggeessee fi kallattii kaa’e bu’ura godhachuudhaan toora biyyattiin Gama siyaasa,diinagdee fi hawaasummaatiin irra jirtu gadi fageenyaan qorachuudhaan kallattii kaawwatee jira. DhDUO nageenyiifii wajji jireenyi ummatoota biyya keenyaa…

    Continue Reading

  • Ibsa haala yeroo irratti Mootummaa Naannoo Oromiyaatiin kenname
    , , , , , ,

    Ibsa haala yeroo irratti Mootummaa Naannoo Oromiyaatiin kenname

    Duudhaaleen waljaalalaa fi walkabajuun waliin jiraachuu ummataa cimee itti fufa!! Biyyaafi naannoo keenyatti sirnootni abbaa irree darban imaammataafi tarsiimoowwan isaanii ilaacha tarkaanfachisan irraa maddan hojiirra oolchaniin Ummanni keenya mirgi namoomaafi dimokiraasii isaa sarbamee hacuuccaa fi cunquursaa hammaataaf saaxilamee dararamaa tureera. Bu’uuruma kanaan biyyi keenya Itoophiyaan biyya saboota sablammootaa fi ummattootaa akkasumas ummata amantaa gara garaa…

    Continue Reading

  • Arsii Lixaa Shaallaatti Jeequmsi uumame lubbuu balleesse – Mootummaa
    , , , ,

    Arsii Lixaa Shaallaatti Jeequmsi uumame lubbuu balleesse – Mootummaa

    (Biraanuu Hurrisaa) Godina Arsii lixaa aanaa Shaallaatti gochi jeeqamsa uumuun lubbuu namaa balleesse fincila humna hidhateen raawwatame akka ta’e mootummaan Itiyoophiyaa beeksiseera. Godina Arsii Aanaa Shaallaatti humnoonni farra Nagaa dhimma Amantaa fi Saba irratti xiyyeeffateen jeeqamsa uumuuf akka yaalan maddawwan naannichaa himaniiru. Ministirri Itti Gaafatamaan Waajjira Dhimmoota Koomunikeeshinii Mootummaa Obbo Getaachaw Raddaa ibsa Faanaa Biroodkaastiing…

    Continue Reading

  • Abune Pheexiroos (Magarsa Badhaasa) Eenyu Ture? Dhuguma innii Oromoo dha?
    , , , , , , ,

    Abune Pheexiroos (Magarsa Badhaasa) Eenyu Ture? Dhuguma innii Oromoo dha?

    (Argan Beekan) Bara 1875 Fichee Salaaletti maatii qote bulaa irraa dhalatan. Warri isaanii irraa dhalatanis gama abbaatiin warra Badhaasaa Guddaa jedhaman gama haadhaatiin ammoo warra Jaalee Masoo jedhamu. Maqaan isaanii jalqabaa Magarsaa akka ta’e himama. Ijoollummaadhanis gara kawaala Debre-Libaanos deemuudhaan baruumsa amantaa yeroo gabaabaa keessatti haala nama dinqisiisuun xumuruu danda’anu. Sana boodas yeroo sanatti iddoo…

    Continue Reading

  • Muummichi Ministiraa karoora ijaarsa dinagdee magariisaa Itiyoophiyaa Yaa’ii Dhaabbata biyyoota Gamtoomanii irratti dhiyeessan
    , , ,

    Muummichi Ministiraa karoora ijaarsa dinagdee magariisaa Itiyoophiyaa Yaa’ii Dhaabbata biyyoota Gamtoomanii irratti dhiyeessan

    Kallattiin misooma Zoonii Industirii Itiyoophiyaa Dhaabbata Misooma Industirii, Biyyoota Gamtoomaniin jajame. Yaa’ii Walii-galaa 69ffaa Dhaabbata Biyyoota Gamtoomaniif Niyoorkiin kan jiran Muummichi Ministiraa Haayilamaariyaam Dassaalany yaa’icha cinatti dureewwan biyyoota gara-garaaf dhabilee idia-addunyaa gara-garaa waliin wal arganii mari’ataa jiru. Har’a ganamas Daayiraktara Olaanaa Dhaabbata Misooma Industirii Biyyoota Gamtoomanii Li Yongiin wal arganii mari’ataniiru. Dhaabbati kun teesumni isaa…

    Continue Reading

  • , ,

    Afaan Oromoorratti xiyyeeffannee hojjechuu qabna

    (Charinnat Hundeessaa) Ji’oota muraasa dura korri 10fan Afaan Oromoorratti xiyyeeffate tokko kan Biiroo Aadaafi Turizimii Oromiyaa (BATOn) qopheesse tokko Finfinnee, Galma Waajjira Pirezidaantii Oromiyaatti adeemsfamee ture. Kora kanarratti hayyoonni, abbootiin amantii, oggantoonni biiroleefi qooda fudhattoonni biroo hedduun argamanii turan. Gaazexaan Bariisaas wayita sanatti waraqaalee qo’annoo waltajjicharratti dhiyaatan dabalatee yaadota achirratti ka’an tokko tokko cuunfuudhaan dubbistootasaaf…

    Continue Reading

  • , ,

    “Galleen yoo mana ga’aniidha"

    Biyyi keenya Itoophiyaan lafa misooma qonnaaf ta’u bal’aa fi lagawwaan misooma jallisiif oolan hedduu qabdi.Lafti biyyattii misooma qonnaaf ta’u kun garuu guutummaatti misoomaaf oolaa akka hin jirre ragaleen yeroo addaddaa bahan ni mul’isu. Kanaaf sababii gargaraatu eerama. Kanneen keessaa inni guddaan garuu haalli qotiisa keenyaa roobarratti kan hirkateefi mala aadaatiin kan gaggeeffamu waan ta’eef boodatti…

    Continue Reading

  • , ,

    Maalummaa Irreechaa keesumaa kan birraa

    (Charinnat Hundeessaatiin) Irreechi hiika baay’ee yoo qabaates hiiknisaa inni guddaan, “Galatoo Waaqayyoo” (Happy, thanks giving day’) jechuudha. Irreechi waggaatti al lama kan geggeeffamuudha, Irreecha Tulluufi Irreecha Malkaa. Inni gubaa masqalaa booda raawwatamu Irreecha malkaati. Kunis ganna gurraacha keessaa bahanii gamtaan Waaqasaanii galateeffachuuf kan raawwatamuudha. Kutaalee addunyaa gara garaatti ayyaanonni (kaarniivaaloonni) Irreecha waliin walfakkaatan ni raawwatamu.…

    Continue Reading

About the Author

Easy WordPress Websites Builder: Versatile Demos for Blogs, News, eCommerce and More – One-Click Import, No Coding! 1000+ Ready-made Templates for Stunning Newspaper, Magazine, Blog, and Publishing Websites.

BlockSpare — News, Magazine and Blog Addons for (Gutenberg) Block Editor