Photo - Bekele Gerba, Oromo Federalist Congress
Obbo Baqqalaa Garbaa dabalatee namoonni 7 hiikaman

Koreen hojii raawwachiistuu ADWUI murtee dabarseen, jeequmsa, shororkeessummaa fi mankaraarsummaa amantaatin namoota himannaan irratti banamee.

Photo - Addisu Arega, Oromia Communication Bureau
Haala Tibbanaa Oromiyaa

(Addisu Arega Kitesa) Karaa marsaalee miidiyaa hawaasaatiin tibbana waamichi lagannaa gabaa guutuu Oromiyaa keessatti waamamaa.

Photo - Vice Pres. Omer Hussein, Pres. Lemma Megersa, Vice Pres. Abdulaziz Mohammed of Oromia
Ammas maddi rakkoo keenyaa numa keessa jira!

(Tolawaaq Waarii) Pireezidaantiin mootummaa Naannoo Oromiyaa kabajamaa Ob.Lammaa Magarsaa dhiyeenya kana waltajjii tokko irratti wayita.

Photo - President Lemma Megersa at Cheffee Oromia, July 2017
Dhiimma Daangaa Oromiyaa Ilaalchiisee

Yaada kabajamoo Pir. BMNO Obbo Lammaa Magarsaa keennan Waan bu’uuraa hiiknee jirra, kan Somaalees haa.

Bu’aa xummuramuu Labsii Yeroo Ariifachiisaa

(Betru Dibaba) Heera Mootummaa Federaalaa keewwata 93 hordofuun, ‘Heera, nageenya fi tasgabbii uummataa eegsisuuf’ Manni.

Photo - Ethiopian Birr (Birrii Itiyoophiyaa)
Fedaraalawa Itoophiyaatti caaseffama gibiraa fi ashuuraa: Heeraa fi hojmaata

(Betru Dibaba) Rippabilikni Dimokiraatawa Fedaraalawa Itoophiyaa Mootummaa Federaalawaa fi Naannoleen kan caaseffame dha, Heera Federaalaa.

Image - Afaan Oromo alphabet
Afaan Oromoo Afaan hojii mootummaa Federaalaa akka ta’uuf hojjechuu qabna!

(Tolawaaq Waariitiin) Afaan Oromoo afaan Amaaraatiin wal qixa afaan hojii mootummaa Federaalaa akka hin taaneef.

Map – Central Oromia and Addis Ababa/Finfine
Faayidaa Addaa Oromiyaan Finfinnee Irraa Argattu (Ibsa)

Wixineen labsii faayidaa addaa naannoon Oromiyaa Finfinneerraa argattu mana marii ministeerootaaf dhiyaate ragga’e fi mana.

Photo - Dangote cement Ethiopia plc
Lafa Albuudaa, Daangootee FI Tarkaanfii Mootummaan Fudhatee

(Kiyya Hararghe) Yaadanno (Guyyaa Feb, 18, 2017) Qabamee Har’aa Godina Shawaa Bahaa Aanaa Ada’aa Ganda.

Photo - Lammaa Magarsaa
Sammuun Keenya Sammuu Maseenee Miti!

(Kiyya Hararghe) Haasawa Kabajamoo Obbo Lammaa Magarsaa Pir. MNO Istaadiyoomii Wallaggaatti guyyaa ceesiisuu IMX Oromiyaa.