Category: OPDO
-

Ibsa Ijjannoo Koree Giddugaleessaa DHDUO
KGGDhDUO jalqabbii imala haaroomsa jijjiiramaa fi kallattii eegareerratti marii fi qorannoo baldhaa guyyoota kurnan darbaniif mari’ataa ture Ammajjii 29 Bara 2010 milkaawinaan xumuree jira. Imala jijjiiramaan haaroomsaa ADWUI gaggeessee fi kallattii kaa’e bu’ura godhachuudhaan toora biyyattiin Gama siyaasa,diinagdee fi hawaasummaatiin irra jirtu gadi fageenyaan qorachuudhaan kallattii kaawwatee jira. DhDUO nageenyiifii wajji jireenyi ummatoota biyya keenyaa…
-

Haala Tibbanaa Oromiyaa
(Addisu Arega Kitesa) Karaa marsaalee miidiyaa hawaasaatiin tibbana waamichi lagannaa gabaa guutuu Oromiyaa keessatti waamamaa turee jira. Waamicha kana bu’ uura godhachuun aanaalee Oromiyaan qabdu 315 keessaa aanaalee 29 fi Magaalota gurguddoo 4 keessaati lagannaan gabaa taasifamaa jira. Lagannaa gabaa waamame kanaaf ajandaalee gurguddaa sadiitu akka sababaatti ka‘e. Isaanis Hoggantootni Paartii Siyaasaa OFC haahiikamani, Gibirri…
-

Ammas maddi rakkoo keenyaa numa keessa jira!
(Tolawaaq Waarii) Pireezidaantiin mootummaa Naannoo Oromiyaa kabajamaa Ob.Lammaa Magarsaa dhiyeenya kana waltajjii tokko irratti wayita dubbatan akkana jedhan”Dh.D.U.O’n miseensoota miliyoona 4 qaba,kutannoon jiraannaan miseensi 400 jijjiirama ol’aanaa argamsiisuu danda’a” Ob.Lammaan dhuguma jedhan,dhugaa qabatamaan jiru dubbatan. Kallachi qabsoo Ummata Oromoo Dh.D.U.O/ADWUI’n miseensi horate hundi qulqulluu ta’ee qajeelfamaafi hojmaata jiru hordofuudhaan haqaan utuu hojjetee yeroo adda addaatti…
-

Dhiimma Daangaa Oromiyaa Ilaalchiisee
Yaada kabajamoo Pir. BMNO Obbo Lammaa Magarsaa keennan Waan bu’uuraa hiiknee jirra, kan Somaalees haa tahu, kan Beenishangul gumuuz haa tahu kanneen kaaniis dabalatee. Maalii kan amma jiru? Oloola adda addaa lafa dabarsanii gurguranii… eebaluu fa’ii akkas godhanii, ammallee waraanatuu jira, jechuun kan hafarsuu baayyee dha, maaliif… Ajandaa argachuuti qaba waan taheef, Nagadachudhaaf, atteenshiinii argachudhaaf,…
-

Afaan Oromoo Afaan hojii mootummaa Federaalaa akka ta’uuf hojjechuu qabna!
(Tolawaaq Waariitiin) Afaan Oromoo afaan Amaaraatiin wal qixa afaan hojii mootummaa Federaalaa akka hin taaneef wanti dhorku tokkollee hin jiru.Nuti Oromonni garuu gamaa gamana dhaabbannee yaada gufuu ta’u kaasuu dhiifnee Afaan keenya Afaan Saba bal’aa Afaan hojii mootummaa Federaalaas akka ta’uuf kutannoodhaan haahojjennu! Barreeffama kana jalqaba irratti Afaan Amaaraatiin qopheesseen ture, takka taa’ee yoon yaadu…
-

Sammuun Keenya Sammuu Maseenee Miti!
(Kiyya Hararghe) Haasawa Kabajamoo Obbo Lammaa Magarsaa Pir. MNO Istaadiyoomii Wallaggaatti guyyaa ceesiisuu IMX Oromiyaa irratti taasiisanii fi eergaa ciimaa qabu akka ittii aanuu kanatti isiniif dhiheessen jira. (Waxxabajjii 04, 2009 – Naqamtee) — Isin gootonni misoomaa, hojii tuffatamee osoo hin tuffatin, hojjattanii, xaartanii, hojiidhaan jijjiiramuun akka danda’amu warra nu agarsiiftan waan taataniif, ummata keenyaaf,…
-

Ibsa haala yeroo irratti Mootummaa Naannoo Oromiyaatiin kenname
Duudhaaleen waljaalalaa fi walkabajuun waliin jiraachuu ummataa cimee itti fufa!! Biyyaafi naannoo keenyatti sirnootni abbaa irree darban imaammataafi tarsiimoowwan isaanii ilaacha tarkaanfachisan irraa maddan hojiirra oolchaniin Ummanni keenya mirgi namoomaafi dimokiraasii isaa sarbamee hacuuccaa fi cunquursaa hammaataaf saaxilamee dararamaa tureera. Bu’uuruma kanaan biyyi keenya Itoophiyaan biyya saboota sablammootaa fi ummattootaa akkasumas ummata amantaa gara garaa…
-
Adda Bilisummaa Oromoo (ABO), Afaan Oromoo, Articles, EPRDF, Ethiopia, featured, History, OPDO, Oromia, OromoBadii Adii
(Bakar Waaaree) Oromummaan sabboonummaa dhiphummaan yookiin sabboonummaa of-tuulummaan dhufurratti osoo hin ta’in sabboonummaa maalummaa Oromoorratti hundaa’uun tahuu qaba. Maalummaan Ummata Oromoo Aadaa Ummata Oromoo ti. Eenyummaa Ummata Oromoo ti. Haata’u malee, sabbboonummaan Oromummaa keenya maalummaa fi eenyummaa keenya qofarratti hundaa’uun akka hin ilaalle cunqursaan Gita Bittaa Nafxanyaa maalummaa fi eenyummaa keenyarratti waggaa dhibbaa ol geggeessite…
-

Dh.D.U.O: “Oduun Qotiyyoon Dhale Jedhu Itti Fufee Jira”
Gidduu Kana Sooshaal-Miidiyaa fi Weebsaayitii adda addaatiin Hooggantoota Dhaabbata Dimokraatowaa Ummmata Oromoo Dh.D.U.O ilaalchisee himamaa ture dhugaa akka hin ta’in HornAffairs/Afaan Oromoo/n odeeffannoo qaama ilaalurraa fudhatee fi Yaalii ofiif mirkaneessuuf godheen hubatee jira. HornAffairs/Afaan Oromoo/n Hoogganaan Waajjira Dhaabbata Dimokraatowaa Ummata Oromoo Dh.D.U.O Obbo Dhaabaa Dabaleen dhaquun hojii idilee isaanii akka hojjataa jiran Waajjira isaanii kan…
-
Afaan Oromoo, EPRDF, Ethiopia, featured, interview, Multimedia, news, OPDO, Opposition politics, Oromia, Oromo[viidiyoo fi barruu] ‘Oromoo fi DhDUOn bu’ura Itiyoophiyaati’: Fiqaaduu Tasammaa
HornAffairs Afaan Oromoon siyaasaa ummata Oromoo ilaalchisee turtii Obbo Fiqaaduu Tasammaa, Hoogganaa Biiroo Dhimmoota Koomunikeeshinii Mootummaa Naannoo Oromiyaa fi Miseensa Koree Giddu-Galeessaa Dh.D.U.O wajji godhe Guutuu Viidiyoo isaa akkanatti Qindeessinee isiniif dhiheessinee jira. Warra viidiyoo ilaaluu hin dandeenyeef barruun isiniif qopheessinee jirra. [viidiyoo asii gaditti ilaaluu ni dandeessu] ——- HornAffairs Afaan Oromoo: Obbo Fiqaaduu…
You May Have Missed














