Category: economy
-

Muummichi Ministiraa karoora ijaarsa dinagdee magariisaa Itiyoophiyaa Yaa’ii Dhaabbata biyyoota Gamtoomanii irratti dhiyeessan
Kallattiin misooma Zoonii Industirii Itiyoophiyaa Dhaabbata Misooma Industirii, Biyyoota Gamtoomaniin jajame. Yaa’ii Walii-galaa 69ffaa Dhaabbata Biyyoota Gamtoomaniif Niyoorkiin kan jiran Muummichi Ministiraa Haayilamaariyaam Dassaalany yaa’icha cinatti dureewwan biyyoota gara-garaaf dhabilee idia-addunyaa gara-garaa waliin wal arganii mari’ataa jiru. Har’a ganamas Daayiraktara Olaanaa Dhaabbata Misooma Industirii Biyyoota Gamtoomanii Li Yongiin wal arganii mari’ataniiru. Dhaabbati kun teesumni isaa…
You May Have Missed














