Photo - President Lemma Megersa at Cheffee Oromia, July 2017
Deebii Guutuu Obbo Lammaa Magarsaa Keennan

Yaa’ii Idilee 6ffaa Waggaa 2ffaa Bara Hojii 5ffaa irrattii gabaasa raawwii hojii mootummaa bara 2009.

Badii Adii

(Bakar Waaaree) Oromummaan sabboonummaa dhiphummaan yookiin sabboonummaa of-tuulummaan dhufurratti osoo hin ta’in sabboonummaa maalummaa Oromoorratti.