Image - Afaan Oromo alphabet
Afaan Oromoo Afaan hojii mootummaa Federaalaa akka ta’uuf hojjechuu qabna!

(Tolawaaq Waariitiin) Afaan Oromoo afaan Amaaraatiin wal qixa afaan hojii mootummaa Federaalaa akka hin taaneef.

Photo - Lammaa Magarsaa
Sammuun Keenya Sammuu Maseenee Miti!

(Kiyya Hararghe) Haasawa Kabajamoo Obbo Lammaa Magarsaa Pir. MNO Istaadiyoomii Wallaggaatti guyyaa ceesiisuu IMX Oromiyaa.

Badii Adii

(Bakar Waaaree) Oromummaan sabboonummaa dhiphummaan yookiin sabboonummaa of-tuulummaan dhufurratti osoo hin ta’in sabboonummaa maalummaa Oromoorratti.

[viidiyoo fi barruu] ‘Oromoo fi DhDUOn bu’ura Itiyoophiyaati’: Fiqaaduu Tasammaa

HornAffairs Afaan Oromoon siyaasaa ummata Oromoo ilaalchisee turtii Obbo Fiqaaduu Tasammaa, Hoogganaa Biiroo Dhimmoota Koomunikeeshinii.

Pireezidaant Mulaatuun ayyaana sababeefafchuun dhaamsa dabarsan

Pireezidaanti Mulaatuu Tashoma ayyaana injifannoo Caamsaa 20 waggaa 23ffaa saabeefafchuudhaan ummattoota Itiyoophiyaatiif dhaamsa dabarsaniiru. Pireezidaantichi.

Giddinni diinagdee saffisaan bu’aa Demokraasii injifannoo Caamsaa 20ti jedhame

Giddinni diinagdee saffisaan Itiyoophiyaatti galmeeffamaa jiru  bu’aa sirna demookraasii injifannoo Caamsaa 20n bu’urra cimaarratti ijaaramee.

Oggantoonni biyyaalee dhaamsa baga gammaddan jedhu dabarsaa jiru

Oggantoonni biyyaalee gara garaa ayyaana injifannoo caamsaa 20 sababeeffachuudhaan ergaa baga gammaddan jedhu dabarsaa jiru..

Injifannoowwan Caamsaa 20 Ummata Oromoo fayyadamaa taasisaa jiru-Ob Muktaar Kadir

Adeemsii sirna dimookraatawa,nageenyaafi bulchiinsa gaarii har’a mula’ataa jiruu qabsoo hadhaawaa waggootii dheeraa injifannoo caamsaa 20.

Agarsiifni suuraa ayyaana caamsaa 20f qo’phaa’e banameera

Itiyoophiyaan waggoota  20 ol darban guddinni galmeessifte kan hunda hirmaachise akka ta’e itti aanaan ministira.