Category: featured
-

Lafa Albuudaa, Daangootee FI Tarkaanfii Mootummaan Fudhatee
(Kiyya Hararghe) Yaadanno (Guyyaa Feb, 18, 2017) Qabamee Har’aa Godina Shawaa Bahaa Aanaa Ada’aa Ganda Dirree jedhamuun jira. Akkam jirtan hordoftoota sagantaa keenyaa, nagaan koo kabajaa fi jaalala bakka jirtan marattii akka isiin dhaqqabu hawwaa, oolmaa koo guyyaa har’aatiin Godina Shawaa Bahaa Aanaa Ada’aa Ganda Dirree jedhamutti waanan argee fi taajjabee irraa isiniif qooduu kan…
-

Sammuun Keenya Sammuu Maseenee Miti!
(Kiyya Hararghe) Haasawa Kabajamoo Obbo Lammaa Magarsaa Pir. MNO Istaadiyoomii Wallaggaatti guyyaa ceesiisuu IMX Oromiyaa irratti taasiisanii fi eergaa ciimaa qabu akka ittii aanuu kanatti isiniif dhiheessen jira. (Waxxabajjii 04, 2009 – Naqamtee) — Isin gootonni misoomaa, hojii tuffatamee osoo hin tuffatin, hojjattanii, xaartanii, hojiidhaan jijjiiramuun akka danda’amu warra nu agarsiiftan waan taataniif, ummata keenyaaf,…
-

Ibsa haala yeroo irratti Mootummaa Naannoo Oromiyaatiin kenname
Duudhaaleen waljaalalaa fi walkabajuun waliin jiraachuu ummataa cimee itti fufa!! Biyyaafi naannoo keenyatti sirnootni abbaa irree darban imaammataafi tarsiimoowwan isaanii ilaacha tarkaanfachisan irraa maddan hojiirra oolchaniin Ummanni keenya mirgi namoomaafi dimokiraasii isaa sarbamee hacuuccaa fi cunquursaa hammaataaf saaxilamee dararamaa tureera. Bu’uuruma kanaan biyyi keenya Itoophiyaan biyya saboota sablammootaa fi ummattootaa akkasumas ummata amantaa gara garaa…
-
Adda Bilisummaa Oromoo (ABO), Afaan Oromoo, Articles, EPRDF, Ethiopia, featured, History, OPDO, Oromia, OromoBadii Adii
(Bakar Waaaree) Oromummaan sabboonummaa dhiphummaan yookiin sabboonummaa of-tuulummaan dhufurratti osoo hin ta’in sabboonummaa maalummaa Oromoorratti hundaa’uun tahuu qaba. Maalummaan Ummata Oromoo Aadaa Ummata Oromoo ti. Eenyummaa Ummata Oromoo ti. Haata’u malee, sabbboonummaan Oromummaa keenya maalummaa fi eenyummaa keenya qofarratti hundaa’uun akka hin ilaalle cunqursaan Gita Bittaa Nafxanyaa maalummaa fi eenyummaa keenyarratti waggaa dhibbaa ol geggeessite…
-

Faayidaa-Addaa Oromiyaan Magaalaa Finfinnee irraa argachuu qabdu
(Sultan Abdo) Finfinneen Magaalaa guddoo Oromiyaa akka taate heera Mootummaa Naannoo Oromiyaa fooyya’e labsii lakk.94/1997 kwt.2(3) irratti tumameera. Heerri mootummaa RDFI kwt. 49(5) jalatti Finfinneen gidduu Naannoo Oromiyaatti kan argamtu waan taateef Faayidaan-Addaa Oromiyaan Finfinnee irraa argachuu qabdu ni eeggama jedha. Faayidaan-Addaa kuniis tajaajila hawaasaa, qabeenya uumamaa, bulchiinsa waliinii fi dhimmota biroo kana fakkaatan akka…
-

Dh.D.U.O: “Oduun Qotiyyoon Dhale Jedhu Itti Fufee Jira”
Gidduu Kana Sooshaal-Miidiyaa fi Weebsaayitii adda addaatiin Hooggantoota Dhaabbata Dimokraatowaa Ummmata Oromoo Dh.D.U.O ilaalchisee himamaa ture dhugaa akka hin ta’in HornAffairs/Afaan Oromoo/n odeeffannoo qaama ilaalurraa fudhatee fi Yaalii ofiif mirkaneessuuf godheen hubatee jira. HornAffairs/Afaan Oromoo/n Hoogganaan Waajjira Dhaabbata Dimokraatowaa Ummata Oromoo Dh.D.U.O Obbo Dhaabaa Dabaleen dhaquun hojii idilee isaanii akka hojjataa jiran Waajjira isaanii kan…
-
Afaan Oromoo, EPRDF, Ethiopia, featured, interview, Multimedia, news, OPDO, Opposition politics, Oromia, Oromo[viidiyoo fi barruu] ‘Oromoo fi DhDUOn bu’ura Itiyoophiyaati’: Fiqaaduu Tasammaa
HornAffairs Afaan Oromoon siyaasaa ummata Oromoo ilaalchisee turtii Obbo Fiqaaduu Tasammaa, Hoogganaa Biiroo Dhimmoota Koomunikeeshinii Mootummaa Naannoo Oromiyaa fi Miseensa Koree Giddu-Galeessaa Dh.D.U.O wajji godhe Guutuu Viidiyoo isaa akkanatti Qindeessinee isiniif dhiheessinee jira. Warra viidiyoo ilaaluu hin dandeenyeef barruun isiniif qopheessinee jirra. [viidiyoo asii gaditti ilaaluu ni dandeessu] ——- HornAffairs Afaan Oromoo: Obbo Fiqaaduu…
-

Finfinnetti manneen barnoota Afaan Oromoo ijaaruun eegalame
Finfinnetti manneen barnoota Afaan Oromoo ijaaruun eegalame Bulchinsa Magaalaa Finfinneetti manneen barnoota Afaan Oromootiin barsiisan ijaaruun eegalameera. Manneen barnoota kun Waldaa Misooma Oromiyaatiin kan ijaarame yammuu ta’u, kutaawwan Magaalaa Nifaas-Silkii, Laaftoo, Gulallee, Kolfee fi Aqaaqiin iddoo ijaarsaatiif filatamaniiru. Manneen barnootaa kun dhalattoonni Saba Oromoo fi dubbattoonni afaanichaa Magaalaa Finfinnee jiraatan Afaan Oromoo akka barataniif gargaaru…
You May Have Missed
















