Category: Afaan Oromoo
(Malaskaachoo Ammahaa) Waajjirri karoora qindoomina misooma magaalaalee addaa naannoo Finafinnee ibsa gaazexeessota biyya keessaa fi biyyootii.
Pireezidaanti Mulaatuu Tashoma ayyaana injifannoo Caamsaa 20 waggaa 23ffaa saabeefafchuudhaan ummattoota Itiyoophiyaatiif dhaamsa dabarsaniiru. Pireezidaantichi.
Giddinni diinagdee saffisaan Itiyoophiyaatti galmeeffamaa jiru bu’aa sirna demookraasii injifannoo Caamsaa 20n bu’urra cimaarratti ijaaramee.
Oggantoonni biyyaalee gara garaa ayyaana injifannoo caamsaa 20 sababeeffachuudhaan ergaa baga gammaddan jedhu dabarsaa jiru..
Waggoota 20 ol darban keessa misooma jallisii babal’isuudhaaniifi ijaaruudhaan hojiiwwan bu’aa ol’aanaa galmeessisan akka hojjetamaniifi.
Adeemsii sirna dimookraatawa,nageenyaafi bulchiinsa gaarii har’a mula’ataa jiruu qabsoo hadhaawaa waggootii dheeraa injifannoo caamsaa 20.
Itiyoophiyaan waggoota 20 ol darban guddinni galmeessifte kan hunda hirmaachise akka ta’e itti aanaan ministira.
Magaaleen Oromiyaa addaa naannawa Finfinnee jiran akka Finfinnee jala galan, karoorri “Master Plan” jedhamee baafame.
(Saamraawiit Girmaa) ALA Hagayya 18 bara 1918, kutaa baadiyyaa Afrikaa Kibbaa bakka Tiraansikee jedhamtutti daa’imni.
(Dr. Abdulsemed Mohammed) Afaan meeshaa walqunnamtiiti; mallattoo eenymmaatiisi. Akeeka barruu tanaatiif meeshaa walqnnamtii tahuu isaa.