ODAA: Bakka Waaqni hariiroosaa nama wajjin ittihaaromsate

(Saamraawiit Girmaa) Oromiyaa bal’oon magariisaafi uumamaan kan badhaate akka taate beekamaadha. Gosoota bineensotaafi beeladootaa, biqiltoota,.

Photo - Abbootiin Gadaa, Gadaaf bakka guddaa qabu
“Ga” fi “daa”n maali?

Afaan Oromoo keessatti sagaloonni “Ga” fi “daa”n jecha Gadaa jedhu kennu. Sirni Gadaa Saba Oromoo.

Shakkamtoonni garee dhaadhessaa Kaawaarijaa qabaman

Itiyoophiyaatti miseensoonni garee shoroorkeessaa  ilaalcha dhaadheessitummaa amantaa Islaamaa babal’isuufi socho’uu kan kaawaarijaa jedhamuu too’annoo  jala.

Rirriittaa! Kitaaba Afaan Oromoo Haaraa

(Tuujubee Kuussaa) Kitaabonni Afaan oromoo Lama dhiyoo maxxanfamuun gabaa irra oolee jira. Barreessituun kitaaba kanaa.

Master Plaaniin Finfinnee magaalota addaa Oromiyaa ka Miidhu miti jedhu Angwoonni

(Malaskaachoo Ammahaa) Waajjirri karoora qindoomina misooma magaalaalee addaa naannoo Finafinnee ibsa gaazexeessota biyya keessaa fi biyyootii.

Oggantoonni biyyaalee dhaamsa baga gammaddan jedhu dabarsaa jiru

Oggantoonni biyyaalee gara garaa ayyaana injifannoo caamsaa 20 sababeeffachuudhaan ergaa baga gammaddan jedhu dabarsaa jiru..