, , , ,

Rirriittaa! Kitaaba Afaan Oromoo Haaraa

(Tuujubee Kuussaa) Kitaabonni Afaan oromoo Lama dhiyoo maxxanfamuun gabaa irra oolee jira. Barreessituun kitaaba kanaa Hawwii Gonfaa Jedhamti. Kitaabonni koo kun jetti Hawwiin kan ani ittiin quuqqaa garaa koo keessaa ittiin ibsadhe, hawaasa koof dhaamsa kan ani ittiin darbarseef eenyummaa koo illee kan ani ittiin beeksisuu yaale dhala koo lammataa fi miixannaa roorroo keessaa ka…

1 minute

Read Time

(Tuujubee Kuussaa)

Kitaabonni Afaan oromoo Lama dhiyoo maxxanfamuun gabaa irra oolee jira. Barreessituun kitaaba kanaa Hawwii Gonfaa Jedhamti.Rirriittaa! Kitaaba Afaan Oromoo (Book)

Kitaabonni koo kun jetti Hawwiin kan ani ittiin quuqqaa garaa koo keessaa ittiin ibsadhe, hawaasa koof dhaamsa kan ani ittiin darbarseef eenyummaa koo illee kan ani ittiin beeksisuu yaale dhala koo lammataa fi miixannaa roorroo keessaa ka madde jette.

Bokoka waggaa dheeraa keessa koo dhiphisaa ture kan ani ittiin bulgaafadhe waan ta’eefan mata duree kitaaba koo boodaanaa Rirriittaa jehe jetti Hawwiin.

Gaaffii fi deebii guutu dhaggeeffadhaa

******

******
VOA – May 2014.

3 responses to “Rirriittaa! Kitaaba Afaan Oromoo Haaraa”

About the Author

Easy WordPress Websites Builder: Versatile Demos for Blogs, News, eCommerce and More – One-Click Import, No Coding! 1000+ Ready-made Templates for Stunning Newspaper, Magazine, Blog, and Publishing Websites.

BlockSpare — News, Magazine and Blog Addons for (Gutenberg) Block Editor