Author: Yinebeb Nigatu
Itiyoophiyaatti miseensoonni garee shoroorkeessaa ilaalcha dhaadheessitummaa amantaa Islaamaa babal’isuufi socho’uu kan kaawaarijaa jedhamuu too’annoo jala.
(Tuujubee Kuussaa) Kitaabonni Afaan oromoo Lama dhiyoo maxxanfamuun gabaa irra oolee jira. Barreessituun kitaaba kanaa.
(Malaskaachoo Ammahaa) Waajjirri karoora qindoomina misooma magaalaalee addaa naannoo Finafinnee ibsa gaazexeessota biyya keessaa fi biyyootii.
(Saamraawiit Girmaa) ALA Hagayya 18 bara 1918, kutaa baadiyyaa Afrikaa Kibbaa bakka Tiraansikee jedhamtutti daa’imni.
(Dr. Abdulsemed Mohammed) Afaan meeshaa walqunnamtiiti; mallattoo eenymmaatiisi. Akeeka barruu tanaatiif meeshaa walqnnamtii tahuu isaa.
(Mulunee Tolasaa) Obbo Aagawoo Dassuu dhalatanii kan guddatan Naannoo Saboota, Sablammootaafi Ummattoota Kibbaa, Godina Oomoo.
(Bayyanaa Ibiraahim) Yeroo tokko tokko “Ammayyummaa badaarra doofummaa gaarii woyyaa laata?” najechisiisa. Qaroominni seera uumaatiin.
Naannoo Oromiyaatti baasii birrii miiliyoona 200fi miiliyoona 78 fi kuma 900’n jiddu galeessawwan aadaafi siidaan.
Ijaarsi manneen waliinii 40/60 saayiitii Booleetti manneen kuma 6 fi 500 ijaarun jalqabame. Manneen waliinii.