Author: Curated Content
Koreen hojii raawwachiistuu ADWUI murtee dabarseen, jeequmsa, shororkeessummaa fi mankaraarsummaa amantaatin namoota himannaan irratti banamee.
KGGDhDUO jalqabbii imala haaroomsa jijjiiramaa fi kallattii eegareerratti marii fi qorannoo baldhaa guyyoota kurnan darbaniif.
Duudhaaleen waljaalalaa fi walkabajuun waliin jiraachuu ummataa cimee itti fufa!! Biyyaafi naannoo keenyatti sirnootni abbaa.
(Biraanuu Hurrisaa) Godina Arsii lixaa aanaa Shaallaatti gochi jeeqamsa uumuun lubbuu namaa balleesse fincila humna.
(Argan Beekan) Bara 1875 Fichee Salaaletti maatii qote bulaa irraa dhalatan. Warri isaanii irraa dhalatanis.
Kallattiin misooma Zoonii Industirii Itiyoophiyaa Dhaabbata Misooma Industirii, Biyyoota Gamtoomaniin jajame. Yaa’ii Walii-galaa 69ffaa Dhaabbata.
(Charinnat Hundeessaa) Ji’oota muraasa dura korri 10fan Afaan Oromoorratti xiyyeeffate tokko kan Biiroo Aadaafi Turizimii.
Biyyi keenya Itoophiyaan lafa misooma qonnaaf ta’u bal’aa fi lagawwaan misooma jallisiif oolan hedduu qabdi.Lafti.
(Charinnat Hundeessaatiin) Irreechi hiika baay’ee yoo qabaates hiiknisaa inni guddaan, “Galatoo Waaqayyoo” (Happy, thanks giving.