Category: Afaan Oromoo
(Mulunee Tolasaa) Obbo Aagawoo Dassuu dhalatanii kan guddatan Naannoo Saboota, Sablammootaafi Ummattoota Kibbaa, Godina Oomoo.
(Bayyanaa Ibiraahim) Yeroo tokko tokko “Ammayyummaa badaarra doofummaa gaarii woyyaa laata?” najechisiisa. Qaroominni seera uumaatiin.
Naannoo Oromiyaatti baasii birrii miiliyoona 200fi miiliyoona 78 fi kuma 900’n jiddu galeessawwan aadaafi siidaan.
Ijaarsi manneen waliinii 40/60 saayiitii Booleetti manneen kuma 6 fi 500 ijaarun jalqabame. Manneen waliinii.
(Charinnat Hundeessaa) Ji’oota muraasa dura korri 10fan Afaan Oromoorratti xiyyeeffate tokko kan Biiroo Aadaafi Turizimii.
Biyyi keenya Itoophiyaan lafa misooma qonnaaf ta’u bal’aa fi lagawwaan misooma jallisiif oolan hedduu qabdi.Lafti.
(Charinnat Hundeessaatiin) Irreechi hiika baay’ee yoo qabaates hiiknisaa inni guddaan, “Galatoo Waaqayyoo” (Happy, thanks giving.