Curated Content

Content gathered and compiled from online and offline media by Hornaffairs staff based on relevance and interest to the Horn of Africa.

Obbo Baqqalaa Garbaa dabalatee namoonni 7 hiikaman

Koreen hojii raawwachiistuu ADWUI murtee dabarseen, jeequmsa, shororkeessummaa fi mankaraarsummaa amantaatin namoota himannaan irratti banamee fi adabbiin kan itti murtaa’ef…

Ibsa Ijjannoo Koree Giddugaleessaa DHDUO

KGGDhDUO jalqabbii imala haaroomsa jijjiiramaa fi kallattii eegareerratti marii fi qorannoo baldhaa guyyoota kurnan darbaniif mari'ataa ture Ammajjii 29 Bara…

Ibsa haala yeroo irratti Mootummaa Naannoo Oromiyaatiin kenname

Duudhaaleen waljaalalaa fi walkabajuun waliin jiraachuu ummataa cimee itti fufa!! Biyyaafi naannoo keenyatti sirnootni abbaa irree darban imaammataafi tarsiimoowwan isaanii…

Arsii Lixaa Shaallaatti Jeequmsi uumame lubbuu balleesse – Mootummaa

(Biraanuu Hurrisaa) Godina Arsii lixaa aanaa Shaallaatti gochi jeeqamsa uumuun lubbuu namaa balleesse fincila humna hidhateen raawwatame akka ta’e mootummaan…

Abune Pheexiroos (Magarsa Badhaasa) Eenyu Ture? Dhuguma innii Oromoo dha?

(Argan Beekan) Bara 1875 Fichee Salaaletti maatii qote bulaa irraa dhalatan. Warri isaanii irraa dhalatanis gama abbaatiin warra Badhaasaa Guddaa…

Muummichi Ministiraa karoora ijaarsa dinagdee magariisaa Itiyoophiyaa Yaa’ii Dhaabbata biyyoota Gamtoomanii irratti dhiyeessan

Kallattiin misooma Zoonii Industirii Itiyoophiyaa Dhaabbata Misooma Industirii, Biyyoota Gamtoomaniin jajame. Yaa’ii Walii-galaa 69ffaa Dhaabbata Biyyoota Gamtoomaniif Niyoorkiin kan jiran…

Afaan Oromoorratti xiyyeeffannee hojjechuu qabna

(Charinnat Hundeessaa) Ji’oota muraasa dura korri 10fan Afaan Oromoorratti xiyyeeffate tokko kan Biiroo Aadaafi Turizimii Oromiyaa (BATOn) qopheesse tokko Finfinnee,…

“Galleen yoo mana ga’aniidha"

Biyyi keenya Itoophiyaan lafa misooma qonnaaf ta’u bal’aa fi lagawwaan misooma jallisiif oolan hedduu qabdi.Lafti biyyattii misooma qonnaaf ta’u kun…

Maalummaa Irreechaa keesumaa kan birraa

(Charinnat Hundeessaatiin) Irreechi hiika baay'ee yoo qabaates hiiknisaa inni guddaan, “Galatoo Waaqayyoo” (Happy, thanks giving day') jechuudha. Irreechi waggaatti al…

This website uses cookies.