{"id":17455,"date":"2016-02-06T04:24:46","date_gmt":"2016-02-06T01:24:46","guid":{"rendered":"https:\/\/hornaffairs.com\/om\/?p=17455"},"modified":"2017-06-21T01:15:49","modified_gmt":"2017-06-20T22:15:49","slug":"opdo-rumor-baseless","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/hornaffairs.com\/om\/2016\/02\/06\/opdo-rumor-baseless\/","title":{"rendered":"Dh.D.U.O: &#8220;Oduun Qotiyyoon Dhale Jedhu Itti Fufee Jira&#8221;"},"content":{"rendered":"<p style=\"text-align: justify;\"><span style=\"font-size: 12pt;\">Gidduu Kana Sooshaal-Miidiyaa fi Weebsaayitii adda addaatiin Hooggantoota Dhaabbata Dimokraatowaa Ummmata Oromoo Dh.D.U.O ilaalchisee himamaa ture dhugaa akka hin ta\u2019in HornAffairs\/Afaan Oromoo\/n odeeffannoo qaama ilaalurraa fudhatee fi Yaalii ofiif mirkaneessuuf godheen hubatee jira.<\/span><\/p>\n<p style=\"text-align: justify;\"><span style=\"font-size: 12pt;\">HornAffairs\/Afaan Oromoo\/n Hoogganaan Waajjira Dhaabbata Dimokraatowaa Ummata Oromoo Dh.D.U.O Obbo Dhaabaa Dabaleen dhaquun hojii idilee isaanii akka hojjataa jiran Waajjira isaanii kan Finfinnee naannowa iSteediyooma jedhamu, Galma Aadaa Oromoo duuba jirutti argamuun mirkaneeffatee jira. Gama biraan odeeffannoo waajjira Dh.D.U.O qaama ilaalurraa araganneen Dh.D.U.O keessatti jijjiiramni Hooggantootaa akka hin jirree fi oduun hafarfamaa jiru kun guutumaa guututti soba tahuu isaa beekuun danda\u2019amee jira.<\/span><\/p>\n<p style=\"text-align: justify;\"><a href=\"https:\/\/hornaffairs.com\/om\/wp-content\/uploads\/sites\/12\/2016\/02\/Photo-OPDO-headquarters.jpg\"><img loading=\"lazy\" decoding=\"async\" class=\"alignnone wp-image-17458\" src=\"https:\/\/hornaffairs.com\/om\/wp-content\/uploads\/sites\/12\/2016\/02\/Photo-OPDO-headquarters.jpg\" alt=\"Photo - OPDO headquarters\" width=\"500\" height=\"444\" srcset=\"https:\/\/hornaffairs.com\/om\/wp-content\/uploads\/sites\/12\/2016\/02\/Photo-OPDO-headquarters.jpg 683w, https:\/\/hornaffairs.com\/om\/wp-content\/uploads\/sites\/12\/2016\/02\/Photo-OPDO-headquarters-300x267.jpg 300w\" sizes=\"auto, (max-width: 500px) 100vw, 500px\" \/><\/a><\/p>\n<p style=\"text-align: justify;\"><span style=\"font-size: 12pt;\">\u201cOlolli hafarfamu kun hojii jarreen Nageenyaa fi Misooma ummata kenyaatiif hirriiba dhabanii fi hawwa duwwaa isaanii ti. Cubbuun hafarfamu kun jarreen kanaaf haarawaa miti. Waggaalee 25nan dabran guutuus akkanumatti hafarfaasaa turan. Ummatni keenya waan sirritti isaan beekuuf akkuma ammaan duraa godhu gurra hin kennineef. Dhaabbatni Dimokraatowaa Ummata Oromoo Dh.D.U.On oduun osoo hin ta\u2019in hojii hojjateenii fi hojjachaa jiruun bu\u2019aa, maalummaa fi fayyadaminsa ummata Oromoo kan mirkaneesse.\u201d tahuu isaa kan eeran Obbo Fiqaaduu Tasammaa, Hoogganaa Waajjira Dhimmoota Kommuninikeeshinii Mootummaa Naannoo Oromiyaa ti.<\/span><\/p>\n<p style=\"text-align: justify;\"><span style=\"font-size: 12pt;\">Obbo Fiqaaduu Tasammaan dabalataan Dh.D.U.On waadaa ji\u2019a dabre koreen giddu-galeessaa Dh.D.U.O murtii seena-qabeessa dabrsuun ummata isaaf seene galmaan gahuuf halkanii-guyyaa hojjachaa akka jiru ibsanii jiru.<\/span><\/p>\n<p style=\"text-align: justify;\"><span style=\"font-size: 12pt;\">\u201cHumnootni badii kun ilaalcha badii qabatanii erga hundeeffamanii kaasee qabsoodhaan aarsaa affaranii sochoo\u2019uurra olola sobbii sobaa fi hawwii isaanii abjuu itti fufanii jiru. Hoggantootni diinni maqaa isaanii dhahee olola irratti gaggeesse hundi isaanii hojii idilee isaaniirra jiru.\u201d Kan jedhan immoo Obbo Shimallis Abdiisaa, Waajjira Dhaabbata Dimokraatowaa Ummata Oromoo Dh.D.U.O keessattti Itti Gafatamaa Waa\u2019ee Dhimma Addaa ti.<\/span><\/p>\n<p style=\"text-align: justify;\"><span style=\"font-size: 12pt;\">Dhumarrattiis Obbo Shimallis Abdiisaan Dh.D.U.On akkuma kanaan dura qabsoo fedhii ummata Oromoo galmaan gahaa ture ammaas mirkaneessssuuf halkanii-guyyaa qabsotti jira. Olola diinaatiif gurra hin qabnu Jechuun ibsa isaanii goolabanii jiru.<\/span><br \/>\n<span style=\"font-size: 12pt;\">********<\/span><\/p>\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>Gidduu Kana Sooshaal-Miidiyaa fi Weebsaayitii adda addaatiin Hooggantoota Dhaabbata Dimokraatowaa Ummmata Oromoo Dh.D.U.O ilaalchisee himamaa.<\/p>\n","protected":false},"author":42,"featured_media":17458,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"_exactmetrics_skip_tracking":false,"_exactmetrics_sitenote_active":false,"_exactmetrics_sitenote_note":"","_exactmetrics_sitenote_category":0,"jetpack_post_was_ever_published":false,"_jetpack_newsletter_access":"","_jetpack_dont_email_post_to_subs":false,"_jetpack_newsletter_tier_id":0,"_jetpack_memberships_contains_paywalled_content":false,"_jetpack_memberships_contains_paid_content":false,"footnotes":""},"categories":[23,85,2,37,6,8,11],"tags":[74,71],"class_list":["post-17455","post","type-post","status-publish","has-post-thumbnail","hentry","category-addis-ababa","category-afaan-oromoo","category-ethiopia","category-featured","category-news","category-opdo","category-oromia","tag-dhaabaa-dabalee","tag-dhduo"],"jetpack_featured_media_url":"https:\/\/hornaffairs.com\/om\/wp-content\/uploads\/sites\/12\/2016\/02\/Photo-OPDO-headquarters.jpg","jetpack_sharing_enabled":true,"jetpack_shortlink":"https:\/\/wp.me\/p4sicJ-4xx","_links":{"self":[{"href":"https:\/\/hornaffairs.com\/om\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/17455","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/hornaffairs.com\/om\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/hornaffairs.com\/om\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/hornaffairs.com\/om\/wp-json\/wp\/v2\/users\/42"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/hornaffairs.com\/om\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=17455"}],"version-history":[{"count":4,"href":"https:\/\/hornaffairs.com\/om\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/17455\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":17460,"href":"https:\/\/hornaffairs.com\/om\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/17455\/revisions\/17460"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/hornaffairs.com\/om\/wp-json\/wp\/v2\/media\/17458"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/hornaffairs.com\/om\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=17455"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/hornaffairs.com\/om\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=17455"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/hornaffairs.com\/om\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=17455"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}