{"id":101,"date":"2014-06-06T15:47:22","date_gmt":"2014-06-06T12:47:22","guid":{"rendered":"https:\/\/hornaffairs.com\/om\/?p=101"},"modified":"2016-04-13T01:26:24","modified_gmt":"2016-04-12T22:26:24","slug":"master-plaaniin-finfinnee-magaalota-addaa-oromiyaa-ka-miidhu-miti-jedhu-angwoonni","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/hornaffairs.com\/om\/2014\/06\/06\/master-plaaniin-finfinnee-magaalota-addaa-oromiyaa-ka-miidhu-miti-jedhu-angwoonni\/","title":{"rendered":"Master Plaaniin Finfinnee magaalota addaa Oromiyaa ka Miidhu miti jedhu Angwoonni"},"content":{"rendered":"<p align=\"justify\"><em><span style=\"font-size: medium\">(Malaskaachoo Ammahaa)<\/span><\/em><\/p>\n<p align=\"justify\"><span style=\"font-size: medium\">Waajjirri\u00a0karoora qindoomina misooma magaalaalee addaa naannoo Finafinnee ibsa gaazexeessota biyya keessaa fi biyyootii alaaf kenne irratti hoji geggeessaan waajjirichaa obbo Matwos Asfaw akka jedhanitti hojiin karoora misooma qindoome kanaa erga jalqabamee waggootii lama darbee jira.<a href=\"https:\/\/hornaffairs.com\/om\/wp-content\/uploads\/sites\/12\/2014\/06\/Addis-Ababa-Oromia-new-master-plan.jpg\"><img loading=\"lazy\" decoding=\"async\" style=\"margin: 5px 0px 5px 10px;float: right\" title=\"Addis Ababa - Oromia - new master plan\" src=\"https:\/\/hornaffairs.com\/om\/wp-content\/uploads\/sites\/12\/2014\/06\/Addis-Ababa-Oromia-new-master-plan_thumb.jpg\" alt=\"Addis Ababa - Oromia - new master plan\" width=\"450\" height=\"219\" align=\"right\" \/><\/a><\/span><\/p>\n<p align=\"justify\"><span style=\"font-size: medium\">Akka karoora kanaatti hamma har\u2019aatti kan turan karoorawwan ijoon magaalaa Finfinnee hiri\u2019ina qaban gamaaggamuu dhaan karoora misoomaa qindaa\u2019ee isa haaraan guutuuf yaaliin godhameera.<\/span><\/p>\n<p align=\"justify\"><span style=\"font-size: medium\">HIri\u2019ina sana keessaa tokko karoorri sun misooma misooma magaalaalees haa ta\u2019u baadiyyaa naannoo sana jiranii yaada keessa hin galchine jedhan.<\/span><\/p>\n<p align=\"justify\"><span style=\"font-size: medium\">Kanaaf jecha Finfinnee fi naannawaa isheetti hojjetamaa kan turan hojiin misoomaa inni tokko kan isa kaanii hubannoo keessa kan hin galchine fi qindoomina kan hin qabaanne ture jedhan.<\/span><\/p>\n<p align=\"justify\"><span style=\"font-size: medium\">Karoorri misoomaa qindaa\u2019e inni haarawaan dogoggora kana sirreessuu irraan kan hafe magaalaan Finfinnees haa ta\u2019u magaalaaleen addaa oromiyaa naannoo jiran shanan karoora misooma magaalaa kan ofii isaanii raggaasisu jedhan obbo Matiwos.<\/span><\/p>\n<p align=\"justify\"><span style=\"font-size: medium\">Bulchaan magaalaa Finfinnee Dirribaa Kumaa kan isaan godhan jedhan master plan kana jechuunis kan magaalaa Finfinnee fuudhanii kaabinee isaaniitti geessu. Isa qindaa\u2019e agarsiisuu qofaaf agarsiisuu malu.<\/span><\/p>\n<p align=\"justify\"><span style=\"font-size: medium\">Kan isaan dhiyeessan Hektaara 52 kan taate master Plan magaalaa Finfinnee kaabinee isaaniitti dhiyeessuu dhaan raggaasisu. San booda mana maree bakka bu\u2019ootaaf dhiyaachuu dhaan raggaasisamee seera ta\u2019uun ba\u2019a. Sanatu Master Plan magaalaa Finfinnee ta\u2019ee ba\u2019a jedhan.<\/span><\/p>\n<p align=\"justify\"><span style=\"font-size: medium\">Raggaasisamuu karoora magaalaalee mootummaa naannoo Oromiyaa ilaalchisuu dhaan mgaalaalee addaa shanan mootummaan naannoo Oromiyaa fuudhee akka caasaa isaatti, akka seera jiruutti magaalaalee fi bulchiinsa magaalaatti dhiyaata.<\/span><\/p>\n<p align=\"justify\"><span style=\"font-size: medium\">Sana booda mootummaan naannoo Oromiyaa akka seera jiruutti akka raggaasisamu taasisa. Akkataan itti raggaasisamu kana. Raawwatiinsi isaa immoo magaalaaleetti kennamee master plan magaala kanneen hojii irra oolchan immoo manneen qopheessa ti.<\/span><\/p>\n<p align=\"justify\"><span style=\"font-size: medium\">Gabaasaa Guutuu Armaa Gaditti Caqasaa<br \/>\n*******<\/span><\/p>\n<!--[if lt IE 9]><script>document.createElement('audio');<\/script><![endif]-->\n<audio class=\"wp-audio-shortcode\" id=\"audio-101-1\" preload=\"none\" style=\"width: 100%;\" controls=\"controls\"><source type=\"audio\/mpeg\" src=\"http:\/\/realaudio.rferl.org\/voa\/AFAN\/2014\/06\/04\/94a4c10d-b053-447c-80cd-c84ffc26d93d.mp3?_=1\" \/><a href=\"http:\/\/realaudio.rferl.org\/voa\/AFAN\/2014\/06\/04\/94a4c10d-b053-447c-80cd-c84ffc26d93d.mp3\">http:\/\/realaudio.rferl.org\/voa\/AFAN\/2014\/06\/04\/94a4c10d-b053-447c-80cd-c84ffc26d93d.mp3<\/a><\/audio>\n<p>*******<\/p>\n<p align=\"justify\"><span style=\"font-size: medium\"><a href=\"http:\/\/www.voaafaanoromoo.com\/content\/article\/1929547.html\" target=\"_blank\">VOA \u2013 June 4, 2014<\/a>.<\/span><\/p>\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>(Malaskaachoo Ammahaa) Waajjirri\u00a0karoora qindoomina misooma magaalaalee addaa naannoo Finafinnee ibsa gaazexeessota biyya keessaa fi biyyootii.<\/p>\n","protected":false},"author":40,"featured_media":0,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"_exactmetrics_skip_tracking":false,"_exactmetrics_sitenote_active":false,"_exactmetrics_sitenote_note":"","_exactmetrics_sitenote_category":0,"jetpack_post_was_ever_published":false,"_jetpack_newsletter_access":"","_jetpack_dont_email_post_to_subs":false,"_jetpack_newsletter_tier_id":0,"_jetpack_memberships_contains_paywalled_content":false,"_jetpack_memberships_contains_paid_content":false,"footnotes":""},"categories":[85,2,6,11],"tags":[13],"class_list":["post-101","post","type-post","status-publish","hentry","category-afaan-oromoo","category-ethiopia","category-news","category-oromia","tag-finfinnee"],"jetpack_featured_media_url":"","jetpack_sharing_enabled":true,"jetpack_shortlink":"https:\/\/wp.me\/p4sicJ-1D","_links":{"self":[{"href":"https:\/\/hornaffairs.com\/om\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/101","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/hornaffairs.com\/om\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/hornaffairs.com\/om\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/hornaffairs.com\/om\/wp-json\/wp\/v2\/users\/40"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/hornaffairs.com\/om\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=101"}],"version-history":[{"count":5,"href":"https:\/\/hornaffairs.com\/om\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/101\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":121,"href":"https:\/\/hornaffairs.com\/om\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/101\/revisions\/121"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/hornaffairs.com\/om\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=101"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/hornaffairs.com\/om\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=101"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/hornaffairs.com\/om\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=101"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}