Finfinnee

Faayidaa-Addaa Oromiyaan Magaalaa Finfinnee irraa argachuu qabdu

(Sultan Abdo) Finfinneen Magaalaa guddoo Oromiyaa akka taate heera Mootummaa Naannoo Oromiyaa fooyya'e labsii lakk.94/1997 kwt.2(3) irratti tumameera. Heerri mootummaa…

Master Plaaniin Finfinnee magaalota addaa Oromiyaa ka Miidhu miti jedhu Angwoonni

(Malaskaachoo Ammahaa) Waajjirri karoora qindoomina misooma magaalaalee addaa naannoo Finafinnee ibsa gaazexeessota biyya keessaa fi biyyootii alaaf kenne irratti hoji geggeessaan…

This website uses cookies.