Oromia

ODAA: Bakka Waaqni hariiroosaa nama wajjin ittihaaromsate

(Saamraawiit Girmaa) Oromiyaa bal'oon magariisaafi uumamaan kan badhaate akka taate beekamaadha. Gosoota bineensotaafi beeladootaa, biqiltoota, gaarren, lageen, haroowwaniifi uumamawwan biroos…

“Ga” fi “daa”n maali?

Afaan Oromoo keessatti sagaloonni “Ga” fi “daa”n jecha Gadaa jedhu kennu. Sirni Gadaa Saba Oromoo biratti iddoo olaanaa qaba. Kanaarraa…

Shakkamtoonni garee dhaadhessaa Kaawaarijaa qabaman

Itiyoophiyaatti miseensoonni garee shoroorkeessaa  ilaalcha dhaadheessitummaa amantaa Islaamaa babal’isuufi socho’uu kan kaawaarijaa jedhamuu too’annoo  jala akka oolfaman humni farra shoroorkaa…

Rirriittaa! Kitaaba Afaan Oromoo Haaraa

(Tuujubee Kuussaa) Kitaabonni Afaan oromoo Lama dhiyoo maxxanfamuun gabaa irra oolee jira. Barreessituun kitaaba kanaa Hawwii Gonfaa Jedhamti. Kitaabonni koo…

Master Plaaniin Finfinnee magaalota addaa Oromiyaa ka Miidhu miti jedhu Angwoonni

(Malaskaachoo Ammahaa) Waajjirri karoora qindoomina misooma magaalaalee addaa naannoo Finafinnee ibsa gaazexeessota biyya keessaa fi biyyootii alaaf kenne irratti hoji geggeessaan…

Oggantoonni biyyaalee dhaamsa baga gammaddan jedhu dabarsaa jiru

Oggantoonni biyyaalee gara garaa ayyaana injifannoo caamsaa 20 sababeeffachuudhaan ergaa baga gammaddan jedhu dabarsaa jiru. Waajjirri oduu himaa ministeera dhimma…

This website uses cookies.