Afaan Oromoo Afaan hojii mootummaa Federaalaa akka ta’uuf hojjechuu qabna!
(Tolawaaq Waariitiin) Afaan Oromoo afaan Amaaraatiin wal qixa afaan hojii mootummaa Federaalaa akka hin taaneef wanti dhorku tokkollee hin jiru.Nuti…
(Tolawaaq Waariitiin) Afaan Oromoo afaan Amaaraatiin wal qixa afaan hojii mootummaa Federaalaa akka hin taaneef wanti dhorku tokkollee hin jiru.Nuti…
(Kiyya Hararghe) Haasawa Kabajamoo Obbo Lammaa Magarsaa Pir. MNO Istaadiyoomii Wallaggaatti guyyaa ceesiisuu IMX Oromiyaa irratti taasiisanii fi eergaa ciimaa…
(Bakar Waaaree) Oromummaan sabboonummaa dhiphummaan yookiin sabboonummaa of-tuulummaan dhufurratti osoo hin ta’in sabboonummaa maalummaa Oromoorratti hundaa’uun tahuu qaba. Maalummaan Ummata…
HornAffairs Afaan Oromoon siyaasaa ummata Oromoo ilaalchisee turtii Obbo Fiqaaduu Tasammaa, Hoogganaa Biiroo Dhimmoota Koomunikeeshinii Mootummaa Naannoo Oromiyaa fi Miseensa…
Pireezidaanti Mulaatuu Tashoma ayyaana injifannoo Caamsaa 20 waggaa 23ffaa saabeefafchuudhaan ummattoota Itiyoophiyaatiif dhaamsa dabarsaniiru. Pireezidaantichi dhaamsa dabarsan kanaan heerri Mootummaa…
Giddinni diinagdee saffisaan Itiyoophiyaatti galmeeffamaa jiru bu’aa sirna demookraasii injifannoo Caamsaa 20n bu’urra cimaarratti ijaaramee jiruu akka ta’e ministirri muummichi…
Oggantoonni biyyaalee gara garaa ayyaana injifannoo caamsaa 20 sababeeffachuudhaan ergaa baga gammaddan jedhu dabarsaa jiru. Waajjirri oduu himaa ministeera dhimma…
Adeemsii sirna dimookraatawa,nageenyaafi bulchiinsa gaarii har'a mula'ataa jiruu qabsoo hadhaawaa waggootii dheeraa injifannoo caamsaa 20 bar 1983n argamee tahuu pireesidaantiin…
Itiyoophiyaan waggoota 20 ol darban guddinni galmeessifte kan hunda hirmaachise akka ta’e itti aanaan ministira muummichaa obbo Dammaqa Makoonnin dubbataniiru.…
This website uses cookies.