Articles

Safuu, duudhaafi aadaa Oromoo leellifamuu qabu

(Charinnat Hundeessaa) Ayyaanii Irreechaa duudhaalee Oromoo keessaa tokko Oromoon ummata aadaa, duudhaa, seenaafi ooltee bultee gabbataa qabuudha. Keessumaa aadaafi faalasaama…

Siinqee: Kabachiiftuu mirga dubartootaa

(Charinnat Hundeessaa) Seera sirna Gadaatiin tumameef kabachiisuu keessatti siinqeen baatee seeraan falmachuun mirga dubartoota hundaati. Dubartoonni dhiibbaa korniyaa isaanirra gahu…

ODAA: Bakka Waaqni hariiroosaa nama wajjin ittihaaromsate

(Saamraawiit Girmaa) Oromiyaa bal'oon magariisaafi uumamaan kan badhaate akka taate beekamaadha. Gosoota bineensotaafi beeladootaa, biqiltoota, gaarren, lageen, haroowwaniifi uumamawwan biroos…

Mirriysaa: Sirna Harargeetti seenaafi aadaan ittiin ibsamu

(Saamraawiit Girmaa) Oromoon aadaa, seenaafi eenyummaasaatiif bakka guddaa qaba. Kabajaafi jaalala aadaa, seenaafi eenyummaasaatiif qabu kanas haala ittiin calaqqisiifatu hedduu…

“Ga” fi “daa”n maali?

Afaan Oromoo keessatti sagaloonni “Ga” fi “daa”n jecha Gadaa jedhu kennu. Sirni Gadaa Saba Oromoo biratti iddoo olaanaa qaba. Kanaarraa…

Magaalaa Harariifi duudhaaleeshii

(Charinnat Hundeessaatiin) Naannolee saglan mootummaa federaalaan hundeessan keessaa Naannoon Ummatoota Hararii isa tokko. Naannoo kana keessa ummata Oromoofi Hararii dabalatee…

Aadaa Geerarsa Wallaggaa

(Gammachuu Kadir) Aadaan mallattoo eenyummaa saba tokkoo yoo ta'u, meeshaa isa mul’isus ni qaba; innis, afaani. Afaan bifa barrreeffamaafi afoolaatiin…

This website uses cookies.