Fagoon isa kami?
(Mulunee Tolasaa) Obbo Aagawoo Dassuu dhalatanii kan guddatan Naannoo Saboota, Sablammootaafi Ummattoota Kibbaa, Godina Oomoo Kibbaatti. Dhalataa sablammii Tsamaay yoo…
(Mulunee Tolasaa) Obbo Aagawoo Dassuu dhalatanii kan guddatan Naannoo Saboota, Sablammootaafi Ummattoota Kibbaa, Godina Oomoo Kibbaatti. Dhalataa sablammii Tsamaay yoo…
(Bayyanaa Ibiraahim) Yeroo tokko tokko “Ammayyummaa badaarra doofummaa gaarii woyyaa laata?” najechisiisa. Qaroominni seera uumaatiin mormu qarooma natti hinfakkaatu. Heerri…
Naannoo Oromiyaatti baasii birrii miiliyoona 200fi miiliyoona 78 fi kuma 900'n jiddu galeessawwan aadaafi siidaan wareegamtootaa ijaaramaa akka jiran Biiroon…
Ijaarsi manneen waliinii 40/60 saayiitii Booleetti manneen kuma 6 fi 500 ijaarun jalqabame. Manneen waliinii 40/60 kun abbaa darbii 7,9…
(Charinnat Hundeessaa) Ji’oota muraasa dura korri 10fan Afaan Oromoorratti xiyyeeffate tokko kan Biiroo Aadaafi Turizimii Oromiyaa (BATOn) qopheesse tokko Finfinnee,…
Biyyi keenya Itoophiyaan lafa misooma qonnaaf ta’u bal’aa fi lagawwaan misooma jallisiif oolan hedduu qabdi.Lafti biyyattii misooma qonnaaf ta’u kun…
(Charinnat Hundeessaatiin) Irreechi hiika baay'ee yoo qabaates hiiknisaa inni guddaan, “Galatoo Waaqayyoo” (Happy, thanks giving day') jechuudha. Irreechi waggaatti al…
This website uses cookies.