Safuu, duudhaafi aadaa Oromoo leellifamuu qabu
(Charinnat Hundeessaa) Ayyaanii Irreechaa duudhaalee Oromoo keessaa tokko Oromoon ummata aadaa, duudhaa, seenaafi ooltee bultee gabbataa qabuudha. Keessumaa aadaafi faalasaama…
(Charinnat Hundeessaa) Ayyaanii Irreechaa duudhaalee Oromoo keessaa tokko Oromoon ummata aadaa, duudhaa, seenaafi ooltee bultee gabbataa qabuudha. Keessumaa aadaafi faalasaama…
(Charinnat Hundeessaa) Seera sirna Gadaatiin tumameef kabachiisuu keessatti siinqeen baatee seeraan falmachuun mirga dubartoota hundaati. Dubartoonni dhiibbaa korniyaa isaanirra gahu…
(Saamraawiit Girmaa) Oromiyaa bal'oon magariisaafi uumamaan kan badhaate akka taate beekamaadha. Gosoota bineensotaafi beeladootaa, biqiltoota, gaarren, lageen, haroowwaniifi uumamawwan biroos…
(Saamraawiit Girmaa) Oromoon aadaa, seenaafi eenyummaasaatiif bakka guddaa qaba. Kabajaafi jaalala aadaa, seenaafi eenyummaasaatiif qabu kanas haala ittiin calaqqisiifatu hedduu…
Afaan Oromoo keessatti sagaloonni “Ga” fi “daa”n jecha Gadaa jedhu kennu. Sirni Gadaa Saba Oromoo biratti iddoo olaanaa qaba. Kanaarraa…
(Charinnat Hundeessaatiin) Naannolee saglan mootummaa federaalaan hundeessan keessaa Naannoon Ummatoota Hararii isa tokko. Naannoo kana keessa ummata Oromoofi Hararii dabalatee…
(Gammachuu Kadir) Aadaan mallattoo eenyummaa saba tokkoo yoo ta'u, meeshaa isa mul’isus ni qaba; innis, afaani. Afaan bifa barrreeffamaafi afoolaatiin…
Kallattiin misooma Zoonii Industirii Itiyoophiyaa Dhaabbata Misooma Industirii, Biyyoota Gamtoomaniin jajame. Yaa’ii Walii-galaa 69ffaa Dhaabbata Biyyoota Gamtoomaniif Niyoorkiin kan jiran…
Itiyoophiyaatti miseensoonni garee shoroorkeessaa ilaalcha dhaadheessitummaa amantaa Islaamaa babal’isuufi socho’uu kan kaawaarijaa jedhamuu too’annoo jala akka oolfaman humni farra shoroorkaa…
(Tuujubee Kuussaa) Kitaabonni Afaan oromoo Lama dhiyoo maxxanfamuun gabaa irra oolee jira. Barreessituun kitaaba kanaa Hawwii Gonfaa Jedhamti. Kitaabonni koo…
This website uses cookies.