Haala Tibbanaa Oromiyaa
(Addisu Arega Kitesa) Karaa marsaalee miidiyaa hawaasaatiin tibbana waamichi lagannaa gabaa guutuu Oromiyaa keessatti waamamaa turee jira. Waamicha kana bu’…
(Addisu Arega Kitesa) Karaa marsaalee miidiyaa hawaasaatiin tibbana waamichi lagannaa gabaa guutuu Oromiyaa keessatti waamamaa turee jira. Waamicha kana bu’…
(Tolawaaq Waarii) Pireezidaantiin mootummaa Naannoo Oromiyaa kabajamaa Ob.Lammaa Magarsaa dhiyeenya kana waltajjii tokko irratti wayita dubbatan akkana jedhan”Dh.D.U.O’n miseensoota miliyoona…
(Betru Dibaba) Heera Mootummaa Federaalaa keewwata 93 hordofuun, 'Heera, nageenya fi tasgabbii uummataa eegsisuuf' Manni Maree Ministeerotaa Fulbaana 28, 2009…
(Betru Dibaba) Rippabilikni Dimokiraatawa Fedaraalawa Itoophiyaa Mootummaa Federaalawaa fi Naannoleen kan caaseffame dha, Heera Federaalaa keewwata 50(1). Keewwanni kun karaa…
(Tolawaaq Waariitiin) Afaan Oromoo afaan Amaaraatiin wal qixa afaan hojii mootummaa Federaalaa akka hin taaneef wanti dhorku tokkollee hin jiru.Nuti…
(Kiyya Hararghe) Yaadanno (Guyyaa Feb, 18, 2017) Qabamee Har’aa Godina Shawaa Bahaa Aanaa Ada’aa Ganda Dirree jedhamuun jira. Akkam jirtan…
(Kiyya Hararghe) Haasawa Kabajamoo Obbo Lammaa Magarsaa Pir. MNO Istaadiyoomii Wallaggaatti guyyaa ceesiisuu IMX Oromiyaa irratti taasiisanii fi eergaa ciimaa…
(Bakar Waaaree) Oromummaan sabboonummaa dhiphummaan yookiin sabboonummaa of-tuulummaan dhufurratti osoo hin ta’in sabboonummaa maalummaa Oromoorratti hundaa’uun tahuu qaba. Maalummaan Ummata…
(Sultan Abdo) Finfinneen Magaalaa guddoo Oromiyaa akka taate heera Mootummaa Naannoo Oromiyaa fooyya'e labsii lakk.94/1997 kwt.2(3) irratti tumameera. Heerri mootummaa…
This website uses cookies.