EPRDF

Afaan Oromoo Afaan hojii mootummaa Federaalaa akka ta’uuf hojjechuu qabna!

(Tolawaaq Waariitiin) Afaan Oromoo afaan Amaaraatiin wal qixa afaan hojii mootummaa Federaalaa akka hin taaneef wanti dhorku tokkollee hin jiru.Nuti…

Sammuun Keenya Sammuu Maseenee Miti!

(Kiyya Hararghe) Haasawa Kabajamoo Obbo Lammaa Magarsaa Pir. MNO Istaadiyoomii Wallaggaatti guyyaa ceesiisuu IMX Oromiyaa irratti taasiisanii fi eergaa ciimaa…

Badii Adii

(Bakar Waaaree) Oromummaan sabboonummaa dhiphummaan yookiin sabboonummaa of-tuulummaan dhufurratti osoo hin ta’in sabboonummaa maalummaa Oromoorratti hundaa’uun tahuu qaba. Maalummaan Ummata…

[viidiyoo fi barruu] ‘Oromoo fi DhDUOn bu’ura Itiyoophiyaati’: Fiqaaduu Tasammaa

HornAffairs Afaan Oromoon siyaasaa ummata Oromoo ilaalchisee turtii Obbo Fiqaaduu Tasammaa, Hoogganaa Biiroo Dhimmoota Koomunikeeshinii Mootummaa Naannoo Oromiyaa fi Miseensa…

Pireezidaant Mulaatuun ayyaana sababeefafchuun dhaamsa dabarsan

Pireezidaanti Mulaatuu Tashoma ayyaana injifannoo Caamsaa 20 waggaa 23ffaa saabeefafchuudhaan ummattoota Itiyoophiyaatiif dhaamsa dabarsaniiru. Pireezidaantichi dhaamsa dabarsan kanaan heerri Mootummaa…

Giddinni diinagdee saffisaan bu’aa Demokraasii injifannoo Caamsaa 20ti jedhame

Giddinni diinagdee saffisaan Itiyoophiyaatti galmeeffamaa jiru  bu’aa sirna demookraasii injifannoo Caamsaa 20n bu’urra cimaarratti ijaaramee jiruu akka ta’e ministirri muummichi…

Oggantoonni biyyaalee dhaamsa baga gammaddan jedhu dabarsaa jiru

Oggantoonni biyyaalee gara garaa ayyaana injifannoo caamsaa 20 sababeeffachuudhaan ergaa baga gammaddan jedhu dabarsaa jiru. Waajjirri oduu himaa ministeera dhimma…

Injifannoowwan Caamsaa 20 Ummata Oromoo fayyadamaa taasisaa jiru-Ob Muktaar Kadir

Adeemsii sirna dimookraatawa,nageenyaafi bulchiinsa gaarii har'a mula'ataa jiruu qabsoo hadhaawaa waggootii dheeraa injifannoo caamsaa 20 bar 1983n argamee tahuu pireesidaantiin…

Agarsiifni suuraa ayyaana caamsaa 20f qo’phaa’e banameera

Itiyoophiyaan waggoota  20 ol darban guddinni galmeessifte kan hunda hirmaachise akka ta’e itti aanaan ministira muummichaa obbo Dammaqa Makoonnin dubbataniiru.…

This website uses cookies.